Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Month: April 2024

Waloo Waadaa Geetaachoo humnootni tikaa mana hidhaa keessatti miidhaa irraan gahan
Uncategorized

Waloo Waadaa Geetaachoo humnootni tikaa mana hidhaa keessatti miidhaa irraan gahan

sqeerrooApril 29, 2024

Dargaggoo #Waadaa_Getaachoo baatii tokko dura kan qabame manneen hidhaa adda addaa keessatti dararaa banaan irra gahuun beekame. Dargaggoo Waadaa Getaachoo…

Waggaa 28 Magaalaa Danbi Doollootti Siidaan yaadannoo ijaarameef Wellisaa Eebbisaa Addunyaaf
Uncategorized

Waggaa 28 Magaalaa Danbi Doollootti Siidaan yaadannoo ijaarameef Wellisaa Eebbisaa Addunyaaf

sqeerrooApril 28, 2024

Waggaa 28 booda Siidaan Wellisaa Eebbisaa Addunyaa bakka dhaloota isaatti hojjetameef ! Seenaa qabsoo Oromoo keessatti qooda guddaa kan qabu…

Ajjeechaa fi hidhaa Miseensota isaa irratti raawwatamu KFOn balaaleffate
Uncategorized

Ajjeechaa fi hidhaa Miseensota isaa irratti raawwatamu KFOn balaaleffate

sqeerrooApril 28, 2024

KFO’n miseensotaafi hooggantoota isaa irratti ajjeechaafi hidhaan raawwatamaa jiraachuu ibse. Ajjeechaafi hidhaan taasifamaa jiru sadarkaa seera dhabeessummaan irra ga’e mul’isa…

Waraanni Abbaa Irree Abiyyi Magaalaa Baakkootti Abbaa qabeenyaa rasaasaan rukute
Uncategorized

Waraanni Abbaa Irree Abiyyi Magaalaa Baakkootti Abbaa qabeenyaa rasaasaan rukute

sqeerrooApril 28, 2024

Waraanni pp Qarshii kennuuf didan jennaan rasaasaan rukutanii du’eera jedhanii deeman  Godina Shaggar lixaa magaalaa Baakkootti Nama Dinqaa Olaanaa jedhamu…

Nuyi qaama Nageenyaati jechuun Buraayyuutti namootni 5 saamicha raawwatan
Uncategorized

Nuyi qaama Nageenyaati jechuun Buraayyuutti namootni 5 saamicha raawwatan

sqeerrooApril 27, 2024

Nuyi humna nageenyaati; yakkaan barbaadamtu” jechuun diorsisanii Namoonni dhuunfaa hogganaa buufata gaazaa Nok irraa maallaqa saaman” Dhaddachi yakkaa Mana Murtii…

Hidhannoo hiikkachuun kan dandahamu nageenyi Tigiraay gaafa guutummaattimirkanaaye qofa jedhe TPLf
Uncategorized

Hidhannoo hiikkachuun kan dandahamu nageenyi Tigiraay gaafa guutummaattimirkanaaye qofa jedhe TPLf

sqeerrooApril 27, 2024

“Hidhannoon guutummaa guutuutti hiikkachuun kan dandahamu nageenyi Tigiraay yoo mirkanaaye qofa” obbo Iyyaasuu Tesfaayee. “Hidhannoo guutummaatti hiikkachuun kan ta’u gaafa…

Press Release on the intensified killing, arrest and kidnapping of OFC Members and Leadership in Oromia
Uncategorized

Press Release on the intensified killing, arrest and kidnapping of OFC Members and Leadership in Oromia

sqeerrooApril 26, 2024

The intensification of killing, arrest and kidnapping of our leadership and members does not deter us from our nonviolent struggle;…

Wahilli ykn Miinzeen Jaal Battee Urgeessaa Humnoota waraanaa ppn ukkaamsaman.
Uncategorized

Wahilli ykn Miinzeen Jaal Battee Urgeessaa Humnoota waraanaa ppn ukkaamsaman.

sqeerrooApril 25, 2024

Barsiisa fi barataa PHD Shamanii Beenyaa waahila ykn “minzee” J Battee Urgeessati. Qabsaa’aa gameessa, miseensa Koree GG fi hoggansa olaanaa…

Ajjeechaa Jaal Battee Urgeessaa irratti gareen Abukaatotaa Ibsa Gaddaa baase
Uncategorized

Ajjeechaa Jaal Battee Urgeessaa irratti gareen Abukaatotaa Ibsa Gaddaa baase

sqeerrooApril 23, 2024

Gamtaa gareewwan abukaatoo fi mirga namoomaa Oromoo ajjeechaan Battee Urgeessaa akka qoratamu gaafate Gamtaa Gareewwan Abukaatoo fi Mirga Namoomaa Oromoo ajjeechaa “nama…

Hawaasni Oromoo Biyya Amerikaa jiraatu hiriira mormii sirna Abiyyiin gaggeessu irratti gaggeessan
Uncategorized

Hawaasni Oromoo Biyya Amerikaa jiraatu hiriira mormii sirna Abiyyiin gaggeessu irratti gaggeessan

sqeerrooApril 19, 2024

Miseensonni hawaasa Oromoo naannoo Washingitenii fi naannoo ishee keessa jiraatan kaleessa Ministeera Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis fuulduratti ajjeechaa seeraan ala…

Posts navigation

Older posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.
  • Godina Horroo Guduruutti daa’immanii fi haadholii ulfaa dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan gargaarsa hatattamaa eeggachaa jiru.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.