Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Month: July 2024

Itiyoophiyaa keessatti rakkoo guddaan rakkoo hoggansaati jedhan prof Mararaa Guddinaa
Uncategorized

Itiyoophiyaa keessatti rakkoo guddaan rakkoo hoggansaati jedhan prof Mararaa Guddinaa

sqeerrooJuly 31, 2024

“Rakkoon Itoophiyaa guddaan rakkoo hooggansa siyaasaati “jedhan. Prof Mararaa Guddinaa ! Hayyuu siyaasaa fi dura taa’aan Kongiransii Federaalawa Oromoo Pirofeesar…

Oromiyaatti Qonnaan Bulaan Gaachana Sirnaa hin fudhanne xaa’oo fi sanyii gaarii dhorkatamuu irraa kaasee hanga tajaajiloota mootummaa birootti argachuu qaban ugguramu
Uncategorized

Oromiyaatti Qonnaan Bulaan Gaachana Sirnaa hin fudhanne xaa’oo fi sanyii gaarii dhorkatamuu irraa kaasee hanga tajaajiloota mootummaa birootti argachuu qaban ugguramu

sqeerrooJuly 31, 2024

Naannoo Oromiyaa bakkoota adda addaa keessatti jiraattonni naannoo hedduun maqaa “gaachana sirnaa ” ykn eegduu sirnaa jedhuun leenjii waraanaa akka…

Uncategorized

Meeshaaleen Waraanaa tohannaa tokko malee karaa Somaaliyaa Gaanfa Afrikaa seenaa jira jechuun Itiyoophiyaan yaaddahuu himatte.

sqeerrooJuly 29, 2024July 29, 2024

Meeshaaleen Waraanaa tohannaa tokko malee karaa Somaaliyaa Gaanfa Afrikaa seenaa jira jechuun Itiyoophiyaan yaaddahuu himatte. Gocha mootummaan Somaaliyaa yeroo garagaraatti…

Jibuutii fi Faraansaay waliigaltee Geopolitically isaanii cimsachuuf waliigaltee haaraa mallatteessan
Uncategorized

Jibuutii fi Faraansaay waliigaltee Geopolitically isaanii cimsachuuf waliigaltee haaraa mallatteessan

sqeerrooJuly 24, 2024

Jibuutii fi Faransaay Waliigaltee Ittisaa Galaanarraa Mallatteessuun Giddu-galeessa Ji’oopoolitikaa Dabalaa Jiru. Pireezidaantonni Jibuutii fi Faransaay waliigaltee tumsa waraanaa haaraa xumuruuf…

Daandiin Xiyyaara Itiyoophiyaa imaltoota irraan dararaa geesisaa jira jechuun Ertrean balalii gara Amaaraa adda kutuuf
Uncategorized

Daandiin Xiyyaara Itiyoophiyaa imaltoota irraan dararaa geesisaa jira jechuun Ertrean balalii gara Amaaraa adda kutuuf

sqeerrooJuly 24, 2024

Siiviil Aviyeeshiniin Daandiiwwan Xiyyaaraa Itiyoophiyaa komii  Imaltootaa fi Daballii Gatii Tikeetii Keessatti gadi  fageenyaan cuuphamuu murteessuun wal qabatee Ertrean Fulbaana…

Mootummaan Rippabiliika Somaaleelaand Ibsa dhimma walii galtee Itiyoophiyaa waliinii irratti baase
Uncategorized

Mootummaan Rippabiliika Somaaleelaand Ibsa dhimma walii galtee Itiyoophiyaa waliinii irratti baase

sqeerrooJuly 23, 2024

Mootummaan Rippabiliika Somaaleelaand barbaachisummaa Yaadannoo Waliigaltee Somaaleelaandii fi Itiyoophiyaa gidduu jiru irra deebi’ee kan mirkaneessu yoo ta’u, saboota ollaa obboleettii…

Galaalchessaa Sooraa Jirmaa haqa dhabuun mana hidhaatti dagatame
Uncategorized

Galaalchessaa Sooraa Jirmaa haqa dhabuun mana hidhaatti dagatame

sqeerrooJuly 19, 2024July 19, 2024

Galaalchessaa fi barataa Yuuniversiitii Finfinnee kan tahe Sooraa Jirmaa ajjeefamuu qondaala siyaasaa ABO Jaal Battee Urgeessaa hordofee Finfinnee Yuuniversiitii irraa…

Waldhabdee fi mormiin paartilee siyaasaa itti fufee jiru gidduutti Komishiniin Marii Biyyaalessaa rakkoon yeroo isa mudata
Uncategorized

Waldhabdee fi mormiin paartilee siyaasaa itti fufee jiru gidduutti Komishiniin Marii Biyyaalessaa rakkoon yeroo isa mudata

sqeerrooJuly 19, 2024

#Itiyoophiyaa: Waldhabdee fi mormiin paartilee siyaasaa itti fufee jiru gidduutti Komishiniin Marii Biyyaalessaa rakkoon yeroo isa mudata Komishiniin Marii Biyyaalessaa…

Naannoon Affaarii fi Somaalee Waliigaltee Nagaa Uuman.
Uncategorized

Naannoon Affaarii fi Somaalee Waliigaltee Nagaa Uuman.

sqeerrooJuly 19, 2024

Naannoon Affaarii fi Somaalee Waliigaltee Nagaa Uuman. Hoggantoonni naannoo Affaar fi Somaaliyaa labsii waloo har’a baaseen akka ibsetti, walitti bu’iinsa…

Gabaasni FAO-WFP Itoophiyaa biyyoota beelaan hubamuuf jiran keessatti ramade!
Uncategorized

Gabaasni FAO-WFP Itoophiyaa biyyoota beelaan hubamuuf jiran keessatti ramade!

sqeerrooJuly 19, 2024

Gabaasni FAO-WFP Itoophiyaa biyyoota beelaan hubamuuf jiran keessatti ramade! Gabaasni Dhaabbanni Nyaataafi Qonnaafi Sangantaan Nyaataa Addunyaa (FAO-WFP) waloon baasan Itoophiyaa biyyoota…

Posts navigation

Older posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.
  • Godina Horroo Guduruutti daa’immanii fi haadholii ulfaa dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan gargaarsa hatattamaa eeggachaa jiru.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.