Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
Godina Harargee bahaa Aanaa Cinaaksanitti hidhattoonni mootummaa naannoo Somaalee weerara lafaatiif bobbaase ummata irratti waraana banuun namoonni nagayaa 6 ajjeefaman.…