Waraanni Bilxiginnaa Gujiitti Abbaa ajjeesuun reeffa abbaa cinaatti intalaa isaa yoo gudeedan Qellem wallaggattis nama tokko ajjeessan....
Month: September 2022
kutaalee Oromiyaa garaa garaa keessatti waraanni Bilxiginnaa ilmaan Oromoo hidhuu cimsee itti fufe. (SQ-Fulbaana 30,2022) Mootummaan faashistii...
Uummatni keenya Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Onoota Garaagaraa irraa Buqqa’an ammallee gargaarsa hatattamaa barbaadu. (SQ-Fulbaana 30,2022) Ummatni...
Sababa Tokko Malee Xiyyeeffannoodhaan Namoota Nagaa Ajjeesuu fi Hidhuun Mallattoo Sirnoota Abbaa Irreeti jedhe. Ibsa Adda Bilisummaa...
Qabsaa’aa Gameessaa fi walitti qabaa Koree Naamusaaf to’annoo ABO kan ta’an Jaal Alamaayyoo Diroo Humnoota tika Bilxiggaan...
Finfinnee keessatti dargaggoota Oromoo Sabboontota ta’an ukkamsanii mana hidhaatti darbuun akkuma itti fufetti jira. (SQ-Fulbaana 27,2022) Finfinnee...
(Uummata Wallaggaaf Sagalee taana) Ajj**eechaa sukkanneessaan uummata Oromoo Horroo Guduruu Wallaggaa, Wallagaa Bahaa keessatti gaggeeffamaa jira. Uummatni...
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Jaardagaa Jaarteetti haleellaa Shororkeessitoonni Faannoo fi Finxaaleyyiin Amaaraa tibbana raawwataniin Ummanni qe’ee...
Gujii Lixaatti waraanni Bilxiginnaa Dargaggoota nagaa 4 rasaasaan ajjeesee. (SQ-Fulbaana 28,2022) Fulbaana 25/2022 Godina Gujii Lixaa aanaa...