Godina Shawaa lixaa Aanaa Meettaa Wal-qixee Ganda Roggee Eelaa keessatti Daa’imni Ganna 8 gudeedamtee booda ajjeefamte. Odeessaaleen...
Month: January 2025
💵 “Doolaara maallaqa biraatiin bakka buusuun waan hin yaadamne; warra kana godhan irratti taarifa 100% nan kaa’a”...
Doonaald Tiraamp sanadoonni dhoksaa ajjeechaa Joon F. Keeneedii fi Maartiin Luuter Kiing irratti raawwataman akka gadhiifaman ajajan....
Namoota hidhamanii fi humnaan achi buuteen isaanii dhabaman haala yeroo waliin walqabatee hidhamanii fi yakka amansiisaa ta’een...
Biyyoota Afrikaa bara 2025 qaala’insi jireenyaa olaanaa tahan keessaa #Itiyoophiyaan sadarkaa calqabaa irratti jirti jedhe qorannoon business...
#Karrayyuu‼️ Abbootii Gadaa Karrayyuu , jaarsolii biyyaa fi manguddoo Karrayyuu achi buuteen isaanii erga dhabamee guyyootni 14...
Kaanaadaan Ashuuraa (Qaraxa) oomisha Ameerikaa irratti doolaara biiliyoona 100 tahu taarifa kaa’uu akka dandeessu akeekkachiiste. Doonaald Tiraamp...
Karrayyuutti Miseensota jila Gadaa Karrayyuu fi jaarsoliin Biyyaa WBO galchuu diddan jedhamuun achi buuteen isaanii dhabame. Miseensota...
🔈 #SagaleeOgeessota Fayyaa 🔴 “Hanga kaffaltiin nuuf kaffalamutti hojiitti akka hin deebine walii galleerra. Hanga ogeeyyiin hundi...
“Itiyoophiyaan walitti bu’iinsa balaafamaa lubbuu fi jireenya ummata ishee gaaga’u keessaa akka baatuuf Amerikaan deeggarsa itti fufti”...