Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa Itoophiyaa dhimma hoggantoota ABO mana hidhaa jiranii irratti manni maree bakka bu’oota uummataa deebii...
Month: May 2024
Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti ajjeechaan murtee seeraa malee namoota nagayaa 9 irratti raawwatamuun dhagahame. Loltoonni mootummaa...
Mootummaan Itoophiyaa waraana Kaaba Itoophiyaatti waggoota lamaaf gageefamaa ture keessatti dirooniiwwan kanatti fayyadamaa hiree waraana sanaa jijiiruu...
Godina Horroo Guduruutti Dirooniin ummata nagaa irratti boombii darbachuuf osoo lafa tti dhiyyaattee jirtuu sababa hin beekamneen...
‘Raayyaan Ittisa Biyyaa’ Paartii Bilxiginnaa Gocha Hammeenyaa Suukanneessaa Ummata Nagaa irratti raawwachuu itti fufe. Ibsa Adda Bilisummaa...
Ameerikaan Itoophiyaa bakka lolli deemaa jiru hundatti dhukaasni akka dhabbatu gaafatte. Amerikaan karaa Ambaasaddara ishee Itiyoophiyaa jiru...
Muummichi ministeeraa Slovakia haalaan miidhamaniiru. Ministirri Muummee Islovaakiyaa Roobart Fiikoo rasaasaan rukutamee hospitaala keessatti yaalamaa jira ....
Today, on Monday, May 13, 2024, President Joe Biden’s special envoy to the Horn of Africa, Ambassador...
Caayaan Utubaa ABO badhaasa Award argate! Caayaan Utubaa ABO qabsoo Bilisummaa Oromoo kan ABOn hogganamu keessatti ga’ee...
#Arsii Duguuggaa Sanyiitu Arsii Aanaa Sirkaatti Waraana faashistii Abiyyiin ummata irratti raawwatame. Godina Arsii Aanaa Sirkaa, Xareetaatti...