Arsii Sirkaatti waraanni pp Ajjeechaa jumulaa raawwate

#Arsii

Duguuggaa Sanyiitu Arsii Aanaa Sirkaatti Waraana faashistii Abiyyiin ummata irratti raawwatame.

Godina Arsiiย  Aanaa Sirkaa, Xareetaatti guyyaa kaleessaa Caamsaa 4/2024 waraanni pp ummata nagaa hedduu bakka tokkotti ajjeesee jira.

Namoota ajjeefaman keessaa kan maqaa arganne:

1) Muhaammad Huseen………Ganda Heellaa Xareetaaย 

2) Muhaammad Arabaa……….Xareetaa Ganda 01

3) Ahmadaa H/Kadiir…………..Gallabee Amajaa

4) Umar Hadiidoo……Gallabee Amajaa

5) Sufiyaan Muhaammad…… Ganda Birboof Collee jedhaman irraa kan ajjeefamanidha.

Maatii namoota ajjeefamanii fi ummata Oromoo gaddi kun gadda isaa taheef jajjabina hawwina

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *