Sandaafaatti konkolaachiftoonni baajaajii “leenjii milishaan dirqama ” akka fudhatan ajajaman
Naannoo Oromiyaa magaala Sandaafaatti konkolaachiftoonni baajaajiifi gaarii fardaa “dirqamaan akka leenji’an” ajajni darbuu konkolaachiftoonni dubbatan. Akkaataa qajeelfama kanaatiin, konkolaachiftoonni…