Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Month: May 2022

Uncategorized

Mootummaan Tigraay Mootummaa Federaalaa waliin Dhoksaan Marii Taasisaa Jiraachun Sudan Post Gabaase.

sqeerrooMay 31, 2022

Mootummaan Tigraay Mootummaa Federaalaa waliin Dhoksaan Marii Taasisaa Jiraachun Sudan Post Gabaase. (SQ-Caamsaa 31,2022) Akka Sudan Post gabaasetti mootummaa Federaalaa…

Uncategorized

TPLF humnoota Ertiraa waliin wal-waraanuu ibse

sqeerrooMay 31, 2022

TPLF humnoota Ertiraa waliin wal-waraanuu ibse (SQ-Caamsaa 31,2022) Humnooti TPLF guyyoota lamaan darbanitti humnoota biyya ollaa Eritiraa waliin waraana adeemsisuu…

Uncategorized

Mana hidhaa Daalattiitti hidhamtoota siyaasaa 193 ta’an jiraachuu Koreen Deeggarsa Hidhamtoota Siyaasa Lammilee Oromiyaa beeksise.

sqeerrooMay 31, 2022January 7, 2023

Mana hidhaa Daalattiitti hidhamtoota siyaasaa 193 ta’an jiraachuu Koreen Deeggarsa Hidhamtoota Siyaasa Lammilee Oromiyaa beeksise. (SQ-Caamsaa 31,2022) Ragaan Koree Deeggarsa…

Uncategorized

Shaggar Lixa Iluu Galaanitti Waraanni Bilxiginnaa Namoota Nagaa 5 Bakka Tokkotti Ajjeesae.

sqeerrooMay 30, 2022

Shaggar Lixa Iluu Galaanitti Waraanni Bilxiginnaa Namoota Nagaa 5 Bakka Tokkotti Ajjeesae. (SQ – Caamsaa 30,2022) Caamsaa 30,2022 guyyaa harโ€™aa…

Uncategorized

Horro Guduruu Wallaggaatti Finxaaleyyiin Amaaraa Abbaa Mana fi Haadha dabaltee namoota 3 ajjeessun dhaga’ame.

sqeerrooMay 30, 2022January 7, 2023

(SQ-Caamsaa 30,2022) Har’a jechuun Caamsaa 30,2022 Godina Horro Guduruu Wallaggaa Aanaa Jaardagaa jaartee, Ganda Dargee Kootichaa jedhamutti Finxaaleyyiin Amaaraa kan…

Wallaggaa lixaa fi Shawaa Bahatti waraanni Bilxginnaa namoota nagaa 4 ajjeessan.
Uncategorized

Wallaggaa lixaa fi Shawaa Bahatti waraanni Bilxginnaa namoota nagaa 4 ajjeessan.

sqeerrooMay 29, 2022

Wallaggaa lixaa fi Shawaa Bahatti waraanni Bilxginnaa namoota nagaa 4 ajjeessan. (SQ-Caamsaa 29,2022) Maqaa oppireeshinii farra riphee lolaa jedhuun Oromiyaa…

Uncategorized

Gaazaxeessituun Sabboontuu Ahmed hidhamuun dhaga’ame.

sqeerrooMay 27, 2022January 7, 2023

Gaazaxeessituun Sabboontuu Ahmed hidhamuun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 27,2022) Sabboontuun Kaleessa galgala Osoo lafa hojiitii baatee gara mana isheetti galaa jirtuu Poolisootaan…

Uncategorized

Itoophiyaan carraa AGOA keessaa bahuun Keeniyaaf carraa balโ€™aa bane.

sqeerrooMay 26, 2022

Itoophiyaan carraa AGOA keessaa bahuun Keeniyaaf carraa balโ€™aa bane. (SQ-Caamsaa 26,2022) Itoophiyaan sagantaa AGOA keessaa ariโ€™amuu isheetiin Keeniyaan carraa gabaa…

Uncategorized

Finfinneetti Bu’uuralee Misoomaa baaburaarratti sababa hannaan kisaaraan birrii miiliyoona 26 ga’uun beekame.

sqeerrooMay 26, 2022January 7, 2023

(SQ-Caamsaa 26,2022) Sababa rakkoo nageenyaatiin qaala’iinsi jireenya biyyattii akka malee dabaluun, uummanni waan nyaatee bulu dhabaa jira. sababa kanaan hanni…

Uncategorized

Qondaali Olaanaa ABO Jaal. Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Hidhaa Irraa Hiikaman!

sqeerrooMay 25, 2022January 7, 2023

ODUU AMMAA! Qondaali Olaanaa ABO Jaal. Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Hidhaa Irraa Hiikaman! (SQ – Caamsaa 25,2022) Yeroo dheeraadhaaf mana hidhaa…

Posts navigation

Older posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • ๐——๐˜‚โ€™๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ข๐—ณ ๐—•๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐——๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚ ๐— ๐—ถ๐˜€๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜€๐—ฎ ๐—•๐˜‚๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ ๐—”๐—•๐—ข ๐—๐—ฎ๐—ฎ๐—น ๐—–๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฅ๐—ผ๐—ผ๐—ฟ๐—ฟ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ (๐—ง๐—ฎ๐˜€๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐—ฒ๐—ฒ ๐—ง๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐˜‚๐—ฟ๐—บ๐˜‚๐˜‚) ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—œ๐—ท๐—ผ๐—ผ ๐——๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ -๐—”๐—•๐—ข
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.
  • Godina Horroo Guduruutti daaโ€™immanii fi haadholii ulfaa dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan gargaarsa hatattamaa eeggachaa jiru.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.