Skip to content

  • About
  • Contact Us
  • Ejjannoo
  • Home

Month: May 2022

Uncategorized

Qeerroon Bilisummaa Oromoo warraaqsa itti fufeera.

sqeerrooMay 24, 2022January 7, 2023

Qeerroon Bilisummaa Oromoo warraaqsa itti fufeera. [Caamsaa 24, 2022] Harargee Bahaa magaalaa Harar aanaa Soofiitti Qeerroon Bilisummaa Oromoo hiriira mormii…

Uncategorized

Koree Qindeessituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyalessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN marsaa 7ffaaf Mana murtii waliigala Oromiyaatti dhiyaatan.

sqeerrooMay 24, 2022January 7, 2023

Koree Qindeessituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyalessaa Naannoo Oromiyaa fi Gaazzixeessitoonni ONN marsaa 7ffaaf Mana murtii waliigala Oromiyaatti dhiyaatan. (SQ – Caamsaa24,2022)…

Uncategorized

Gujiitti Waraanni Bilxginnaa Manaafi qabeenya uummataa abiddaan guban.

sqeerrooMay 24, 2022January 7, 2023

Gujiitti Waraanni Bilxginnaa Manaafi qabeenya uummataa abiddaan guban. (SQ-Caamsaa 24,2022) Bilxiginnaan duula Waraana Bilisummaa Oromoo baatii tokko gidduutti balleessuu jedhuun…

Uncategorized

Yuuniversiitii Odaa Bultumitti barattoonni sababa hin beekamneen kukkufuun Mana yaalaatti guuramaa jiraachuun dhaga’ame.

sqeerrooMay 24, 2022May 24, 2022

Yuuniversiitii Odaa Bultumitti barattoonni sababa hin beekamneen kukkufuun Mana yaalaatti guuramaa jiraachuun dhaga’ame. (SQ-Caamsaa 23,2022) Mooraa yuuniversiitii Odaa Bultum, kan…

Uncategorized

Haali Fayyaa Jaal Kennasaa Ayyaanaa Guyyaa irraa Gara Guyyaatti Hammaachaa jira.

sqeerrooMay 24, 2022

(SQ – Caamsaa 23,2022) Jaallan isaa waliin yeroo dheeraadhaaf hiraara mana hidhaa keessaa keessummeessaa kan jiru miseensi GS-ABO J/Kennasaa Ayyaanaa…

Uncategorized

Manni Murtii Ijibbaata Qondaal ABO Kol.Gammachuu Ayyaanaa ammas boritti beellame.

sqeerrooMay 24, 2022January 7, 2023

Manni Murtii Ijibbaata Qondaal ABO Kol.Gammachuu Ayyaanaa ammas boritti beellame. (SQ – Caamsaa 23,2022) Har’a Caamsaa 23,2022 Mana Murtii Ijibbaata…

Uncategorized

Karrayyuutti Waraanni Bilxiginnaa Hawaas Bulgaa Roobaa ajjeesse.

sqeerrooMay 22, 2022January 7, 2023

Karrayyuutti Waraanni Bilxiginnaa Hawaas Bulgaa Roobaa ajjeesse. (SQ-Caamsaa 22,2022) Haftee Abbootti Gadaa Karrayyuu kan ta’ee Obbo Hawaas Bulgaa Roobaa Caamsaa…

Uncategorized

Hawaasni Oromoo Biyya Kanaadaa Magaalaa Edmantan keessa jiraatu Yakka Mootummaan Bilxginnaa Oromoofi Lammilee Oromiyaa irratti Raawwataa Jiru Balaaleffatan.

sqeerrooMay 22, 2022January 7, 2023

Hawaasni Oromoo Biyya Kanaadaa Magaalaa Edmantan keessa jiraatu Yakka Mootummaan Bilxginnaa Oromoofi Lammilee Oromiyaa irratti Raawwataa Jiru Balaaleffatan. (SQ- Caamsaa…

Uncategorized

Finxaaleyyiin Amaaraa fi Gurmuun Baaldaraas Manneen Barnootaa magaalaa Finfinnee keessa mallattoon Oromummaa jiraachuu hin qabu jechuun hookkara uumuu itti fufan.

sqeerrooMay 22, 2022

Finxaaleyyiin Amaaraa fi Gurmuun Baaldaraas Manneen Barnootaa magaalaa Finfinnee keessa mallattoon Oromummaa jiraachuu hin qabu jechuun hookkara uumuu itti fufan.…

Uncategorized

Aanga’oonni ABO seeraan ala hidhamanii jiran atattamaan gadhiifamuu qabu’ jedhe -Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa

sqeerrooMay 20, 2022January 7, 2023

    ‘Aanga’oonni ABO seeraan ala hidhamanii jiran atattamaan gadhiifamuu qabu’ jedhe -Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa (SQ-Caamaaa 19,2022) Komishinichi ibsa…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Archives

  • April 2026
  • January 2026
  • December 2025
  • November 2025
  • October 2025
  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022
  • March 2020
  • January 2020

Categories

  • Business
  • Economy
  • Fashion
  • Food
  • Health
  • Lifestyle
  • News
  • Sports
  • Tech
  • Travel
  • Uncategorized
  • Western
  • World
  • Yoga

Useful Links

  • Log in
  • Entries feed
  • Comments feed
  • WordPress.org

Copyright © 2026 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.