Sab-boonummaan Oromoo saba Oromoof falmuu fi saba Oromoof quuqamuu dha.
Dhaamsa ABO Bara Haaraa 2026 Miseensotni, Hogganootnii fi Qondaalotni ABO, Qabsaa’otni Bilisummaa Oromoo cufti, deggertootnii fi firootni qabsoo bilisummaa Oromoo,…
Dhaamsa ABO Bara Haaraa 2026 Miseensotni, Hogganootnii fi Qondaalotni ABO, Qabsaa’otni Bilisummaa Oromoo cufti, deggertootnii fi firootni qabsoo bilisummaa Oromoo,…
Israa’el Soomaaliilaandiif beekamtii biyyummaa kennite Muummeen Ministiraa Israa’eel Beenjaamiin Neetaaniyaahuu Soomaliilaandiin biyya Riippaabliikaa Walaba taate jechuun biyyi isaanii Israa’eel beekkamtii…
Jaal Habtee Eebbaa bara 1953tti Godina Matakkal, Waanbara Ona Dibaaxitti dhalatan. Roorroo fi cunqursaa ummata Oromoo irraa qoluuf bara…
Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Naannoowwan filannoo gaggeessuuf mijatoo ta’an itti adda baasu ifa godhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoo waliigalaa 7ffaa…
Wallaggaa lixaa Aanaa Ayiras Gullisoo Ganda #Maaruu jedhamutti waraanni Mootummaa Torban tokko keessatti namoota 11 manaa baasee rashane🥲🥲 Wallagga Lixaa…