Waaqoo Noolee 2023 𝐀𝐝𝐝𝐢 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨(🅰️🅱️🅾️)n 𝐐𝐨𝐫𝐞𝐞...
Month: March 2023
Tokkummaan Hawaasa Oromoo Biyya Kaanaadaa, haleellaa itti fufiinsaan hawaasa Oromoo Karrayyuu irratti raawwatamaa jiru ibsa baasen balaaleffate....
Mootummaan Itoophiyaa “Waraana Bilisummaa Oromoo waliin araara buusuuf koree dhaabee hojjechaan jira” jedhe. (SQ-Bitootessa 28,2023) Muummichi ministeeraa...
Gujii Lixaa Aanaa Waadaratti weerarri dhibee Koleeraa lubbuu namootaa galaafachaa jiraachuu hooggantoonni biiroo fayyaa aanichaa himan. (SQ-Bitootessa...
Allaggaa Bahaa Diigaatti waraanni Bilxiginnaa namoota 3 mana hidha keessa baasun ajjeesun dhaga’ame. (SQ-Bitootessa 27,2023) Godina Wallaggaa...
Humnoonni waraana Tigraay keessatti hirmaatan hunduu yakka waraanaa raawwataniru jedhan Antoonii Bilinkan (SQ-Bitootessa 21,2023) Humnoonni waraana Tigraay...
Bilxiginnaan Miseensoota RIB WBO fakkeesse galchuuf qopheesetti Meeshalee gurguddaa hiruun dhaga’ame. (SQ-Bitootessa 20,2023) Mootummaan Bilxiginnaa Miseensoota Rayyaa...
Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Gamtaan Afrikaa akka WBO fi Mootummaa walitti araarsu gaafatan. Oromiyaa irraa...
“Hongeen Booranaatti mudate beelaa fi hanqina nyaataa daa’immanii akka dabalu taasisaa jira” jedha UNICEF. (SQ-Bitootessa 19,2023) Sababa...
Bilxiginnaan Rayyaa Ittisa Biyyaa WBO fakkeessun Sandaafaatti Leenjiisa ture Shawaa Lixaaf Wallaggaatti bobbaasuun dhaga’ame. (SQ-Bitootessa 20,2023) Mootummaan...