𝐆𝐮𝐦𝐚𝐚𝐜𝐡𝐢 𝐀𝐚𝐝𝐝𝐞 𝐃𝐢𝐫𝐫𝐢𝐛𝐞𝐞 𝐈𝐫𝐠𝐚𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐬𝐨𝐨 𝐁𝐢𝐥𝐢𝐬𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐚𝐧 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐮𝐮 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐭𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐝𝐡𝐚. Ijoo Dubbii...
Month: March 2023
“Hongeen Booranaatti mudate beelaa fi hanqina nyaataa daa’immanii akka dabalu taasisaa jira” jedha UNICEF. (SQ-Bitootessa 19,2023) Sababa...
Qabsaaftuu seenaa dhiigaan barreessiitee ilmaan ishees qabsoo Oromoof gumaachite Aadde Dirribee Irgaa du’aan boqotan. Qabsaawaan/ftuun seenaa isaaniitu...
Ajaja Perezedaantiin Naannoo Gambeellaa dabarsaniin sabni Anyuwaa jedhamu ilmaan Oromoo fi namoota Afaan Oromoo dubbatan adda baasuun...
Boordiin Filannoo biyyaaleessa Itiyoopiyaa mootummaan paartilee siyaasaa karaa seeraan socho’an irratti dhiibbaa taasisaa jiru akka dhaabu gaafate....
Bilinkan daawwannaa isaa Itoophiyaatiin waa’ee haqaarratti xiyyeeffachuu qaba’ jedhe Human Raayitis Wooch. (SQ-Bitootessa 14,2023) Mariin Ministira Dhimma...
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo: Sochii humnoonni naannoo Amaaraa fi waraanni Ertiraa naannichatti taasisaa jiraniin walqabatee Tigiraayitti waraanni...
‘Haqa ce’umsaa’ mootummaan dhiyeesse mormiin mudate. <Sagalee Qeerroo – Bitootessa 11/2023> Paartileen siyaasaa imaammata haqa ce’umsaa...
Abiy Ahimad Ajajootafi Miseensoota Rayyaa Ittisa Biyya Oromoo ta’an 17 ol Rashanuun dhaga’ame. (SQ-Bitootessa 10,2023) Ilmaan...
Harargee Bahaa Cinaaksanitti Humni hidhate kan naannoo Somaalee dhukaasa baneen lubbuu namoota 3 galaafate. Bitootessa 9/2023...