Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Month: March 2023

Hongee Godina Booranaa Mudateen namootni dhukkuboota yaalamuu dandahanii osoo hin yaalamiin du’aa jiraachuu WHO gabaase
Uncategorized

Hongee Godina Booranaa Mudateen namootni dhukkuboota yaalamuu dandahanii osoo hin yaalamiin du’aa jiraachuu WHO gabaase

sqeerrooMarch 9, 2023

O Booranatti namoonni 800,000 ol ta’aan gargaarsa nyaataa barbaadu, horiin miiliyoona 3.3 ol ta’an dhumaniiru (Suuraa: Kominikeeshinii Zoonii Booranaa) Finfinnee…

Sirni adeemsa walharkaa fuudhinsa Baallii Abbaa Gadaa Odaa bultum gaggeeffamee
Uncategorized

Sirni adeemsa walharkaa fuudhinsa Baallii Abbaa Gadaa Odaa bultum gaggeeffamee

sqeerrooMarch 9, 2023March 9, 2023

   Sirni adeemsa walharkaa fuudhinsa Baallii Abbaa Gadaa Ituu Odaa Bultumtti sirnoota garagaraan gaggeeffamee. Bitootessa 9/2023 Akka Waajjira Kominikeeshinii Godina…

Lixa Shaggar Daannootti pp Humna Qilleensaan ummata irraan miidhaa geesise.
Uncategorized

Lixa Shaggar Daannootti pp Humna Qilleensaan ummata irraan miidhaa geesise.

sqeerrooMarch 9, 2023

  Humni Qilleensaa Mootummaa Paartii Bilxiginnaa Shawaa Lixaa Daannootti uummata nagaa irratti haleellla qilleensaa raawwachuun dhaga’ame. SQ-Bitootessa 9,2023 Godina Shawaa…

Guyyaa Dubartootaa March 8 ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO
Uncategorized

Guyyaa Dubartootaa March 8 ilaalchisee Ijoo Dubbii ABO

sqeerrooMarch 8, 2023

Bitootessa 8 Guyyaa Dubartootaa Ilaalchisee – Ijoo Dubbii ABO Har’i Bitootessa 8 (March 8 Guyyaa Dubartoota Addunyaa ti. Dubartoonni jireenya…

Oromoon isaan dagatus isaan Oromoo fi Oromiyaa hin dagatan
Uncategorized

Oromoon isaan dagatus isaan Oromoo fi Oromiyaa hin dagatan

sqeerrooMarch 4, 2023

Oromootu isaan dagate malee isaan ammallee bakka hamtuu jiraatanis Oromoo fi Oromiyaa hin daganne! Qabsaawotni kunneen nyaataa fi bishaan namni…

Hoggantootni ABO Mana hidhaa Buraayyuu jiran ummata Booranaa Hongeen miidhameef buufatan
Uncategorized

Hoggantootni ABO Mana hidhaa Buraayyuu jiran ummata Booranaa Hongeen miidhameef buufatan

sqeerrooMarch 4, 2023

[ Album ] Hogganoonni ABO mana hidhaa jiran uummata Booranaaf maallaqa gumaachan. Mana hidhaa magaalaa Buraayyuu kan jiran hogganoonni ABO…

Du’aan Boqachuu Miseensa Buleessa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Jaal Qannoo Shiboo
Uncategorized

Du’aan Boqachuu Miseensa Buleessa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Jaal Qannoo Shiboo

sqeerrooMarch 4, 2023

Du’aan Boqachuu Miseensa Buleessa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Jaal Qannoo Shiboo Ijoo Dubbii ABO – Bitootessa 03, 2023 Jaal Qannoo…

Paartileen mormitoota 10 adeemsa marii biyyolessaa irratti ibsa karaa komishinii marii biyyoolessaa kenname morman
Uncategorized

Paartileen mormitoota 10 adeemsa marii biyyolessaa irratti ibsa karaa komishinii marii biyyoolessaa kenname morman

sqeerrooMarch 2, 2023

Paartileen mormitoota 10 adeemsa marii biyyolessaa irratti ibsa karaa komishinii marii biyyoolessaa kenname morman. (SQ-Bitootessa 2,2023) Tibbana itti aanaan komishinii…

Paartileen mormitoota 10 adeemsa marii biyyolessaa irratti ibsa karaa komishinii marii biyyoolessaa kenname morman.

Hundeeffama Godina haaraa Boorana Bahaa hordofee mormii ka’een lubbuun namaa darbe.
Uncategorized

Hundeeffama Godina haaraa Boorana Bahaa hordofee mormii ka’een lubbuun namaa darbe.

sqeerrooMarch 2, 2023March 2, 2023

Hundeeffama Godina haaraa Boorana Bahaa hordofee mormii ka’een lubbuun namaa darbe. (SQ-Botootessa 2,2023) Nageelleen godina Boorana Bahaatti deebi’uudhaan magaalaa Godina…

Posts navigation

Older posts
Newer posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.
  • Godina Horroo Guduruutti daa’immanii fi haadholii ulfaa dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan gargaarsa hatattamaa eeggachaa jiru.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.