Mariin nagaa Itoophiyaa Afrikaa Kibbaatti taa’amaa jiru hanga Roobiitti dheereffame (SQ-Onkoloolessa 31,2022) Mariin nagaa mootummaa Itoophiyaafi humnoota...
Month: October 2022
Warri waraana Itoophiyaa keessatti hirmaatan hunduu dhiittaa mirga namoomaa raawwataniiru jedhe dhaabbani mirga namoomaaf falmu Amnastii International....
Iluu Abbaa Booraaf Shawaa Kaabaatti Waraanni PP namoota lama ajjeese. (SQ-Onkoloolessa 27,2022) Godina Iluu Abbaa Booraa aanaaa...
๐๐๐๐จ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฌ๐๐ ๐๐จ๐ฉ๐ก๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐ฎโ๐๐๐ง ๐๐๐๐ฎ๐ง๐ฒ๐๐ ๐๐๐ง๐ ๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐จ๐ช๐จ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐ฅ๐๐๐ฅ๐๐ก๐ข๐ฌ๐๐ ๐๐ฃ๐จ๐จ ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ข ๐๐๐ โ ๐๐ง๐ค๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฅ๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐,๐๐๐๐ Obbo Raggaasaa...
Baalee Lixaa Agaarfaatti waraanni Bilxiginnaa manneen 20 qabeenya waliin gube (SQ-Onkoloolessa 26,2022) Godina Baalee Lixaa aanaa Agaarfaa...
Giddaa Ayyaanaatti Waraanni bilxiginnaa barattuu tokko rasaasaan rukutuun madeesse. (SQ-Onkoloolessa 26,2022) Onkoloolessa 24, 2022 Godina Wallagga bahaa...
Godina Harargee lixaa mi’eessootti, “maatii shaneeti” jechuun waraanni pp namoota nagaa lama ajjeesan. (SQ-Onkoloolessa 26,2022) Onkololeessa 25,...
Mariin nagaa mootummaa Itoophiyaafi humnoota Tigraay gidduu Afrikaa Kibbaatti jalqabe (SQ-Onkoloolessa 25,2022) Mariin nagaa mootummaafi humnoota Tigraay...
Horroo Guduruu Shaambuu fi Baakkootti waraanni Bilxiginnaa dargaggoota lama ajjeese. (SQ-Onkoloolessa 25,2022) Guyyaa dheengaddaa jechuun onkololesssa 23,2022...
Shawaa Lixaa aanaa Cobiifi Wallaggaa Bahaa Nuunnuu Qumbaatti haleellaa diroonii PP’n raawwatameen namoonni nagaan 70 caalaan ajjeefamuun...