Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Month: April 2022

Ibsa ABO-Ebla 29, 2022
Uncategorized

Ibsa ABO-Ebla 29, 2022

sqeerrooApril 30, 2022

Waraana Mootummaan Paartii Bilxiginnaa Uummata Oromoo fi Lammilee Oromiyaa irratti kallattii maraan labsee jiru ilaalchisee ABOn ibsa Adda Bilisummaa Oromoo.…

Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaa, Gujii Lixaa fi Horroo Guduruutti Uummata nagaa 64 ajjeesse.
Uncategorized

Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaa, Gujii Lixaa fi Horroo Guduruutti Uummata nagaa 64 ajjeesse.

sqeerrooApril 30, 2022

Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaa, Gujii Lixaa fi Horroo Guduruutti Uummata nagaa 64 ajjeesse. (SQ-Ebla 30,2022) Godinalee Oromiyaa gargara keessatti Waraanni…

Matakkalitti dhalattoonni Oromoo fi Agaw gareen humna Faannoo dararaa hamaan nurraan gahaa jira jedhan.
Uncategorized

Matakkalitti dhalattoonni Oromoo fi Agaw gareen humna Faannoo dararaa hamaan nurraan gahaa jira jedhan.

sqeerrooApril 29, 2022

Matakkalitti dhalattoonni Oromoo fi Agaw gareen humna Faannoo dararaa hamaan nurraan gahaa jira jedhan. (SQ Ebla _ 29, 2022) Naannoo…

Koonyaa Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Abbaay Coomman Suluula Finca’aatti Maqaa sakkattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun Waraanni PPn Qeerroo dararaa jira jedhu maddeen.
Uncategorized

Koonyaa Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Abbaay Coomman Suluula Finca’aatti Maqaa sakkattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun Waraanni PPn Qeerroo dararaa jira jedhu maddeen.

sqeerrooApril 29, 2022January 7, 2023

Koonyaa Horroo Guduruu Wallaggaa Ona Abbaay Coomman Suluula Finca’aatti Maqaa sakkattaa Waraana Bilisummaa Oromoo jedhuun Waraanni PPn Qeerroo dararaa jira…

Qondaalli ABO jaal Gadaa Gabbisaa dhibee isa mudateen yaala dhabuun haala yaaddessaa keessa jiraachuun dhagaa’ame.
Uncategorized

Qondaalli ABO jaal Gadaa Gabbisaa dhibee isa mudateen yaala dhabuun haala yaaddessaa keessa jiraachuun dhagaa’ame.

sqeerrooApril 28, 2022

Qondaalli ABO jaal Gadaa Gabbisaa dhibee isa mudateen yaala dhabuun haala yaaddessaa keessa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Ebla 28,2022) Qondaalonni ABO hedduun…

Hordoftoonni Amantaa Musliimaa Magaalaa Finfinneetti hiriira bahuun Faannoo Balaaleffatan
Uncategorized

Hordoftoonni Amantaa Musliimaa Magaalaa Finfinneetti hiriira bahuun Faannoo Balaaleffatan

sqeerrooApril 27, 2022

Hordoftoonni Amantaa Musliimaa Magaalaa Finfinneetti hiriira bahuun Faannoo Balaaleffatan (SQ-Ebla 27,2022) Kibxata Kaleessaa Naannoo Amaaraa magaalaa Gondaritti walitti bu’iinsa gama…

Humnoonni Amaaraa Koonyaa Matakkalitti Abbaa Gadaa Oromoo Matakkal dabalatee namoota hedduu ukkaamsanii fudhatan jedhame.
Uncategorized

Humnoonni Amaaraa Koonyaa Matakkalitti Abbaa Gadaa Oromoo Matakkal dabalatee namoota hedduu ukkaamsanii fudhatan jedhame.

sqeerrooApril 27, 2022

Humnoonni Amaaraa Koonyaa Matakkalitti Abbaa Gadaa Oromoo Matakkal dabalatee namoota hedduu ukkaamsanii fudhatan jedhame. (SQ Ebla_ 27, 2022) Abbaa Gadaa…

Haleellaa qilleensarraa Shawaa Lixaatti Mootummaan Bilxginnaa raawwatameen lubbuun namoota nagaa 25 darbe.
Uncategorized

Haleellaa qilleensarraa Shawaa Lixaatti Mootummaan Bilxginnaa raawwatameen lubbuun namoota nagaa 25 darbe.

sqeerrooApril 27, 2022

(SQ-Ebla 27,2022) Godina Shawaa Lixaa aanaa Abuunaa Gindabarat keessatti lola mootummaafi Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti gaggeefamaa jiruun walqabatee haleellaa qilleensarraan…

Matakkalitti Waraanni PP Ummata Oromoo yakka tokko malee hidhuun hidhuun dararaa jiraachuu maddeen keenyi nuuf dhaaman.
Uncategorized

Matakkalitti Waraanni PP Ummata Oromoo yakka tokko malee hidhuun hidhuun dararaa jiraachuu maddeen keenyi nuuf dhaaman.

sqeerrooApril 26, 2022

Matakkalitti Waraanni PP Ummata Oromoo yakka tokko malee hidhuun hidhuun dararaa jiraachuu maddeen keenyi nuuf dhaaman. (SQ Ebla_ 26, 2022)…

Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaafi Bahaatti namoota nagaa 8 yoo ajjeesu 5 ammoo madeesse.
Uncategorized

Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaafi Bahaatti namoota nagaa 8 yoo ajjeesu 5 ammoo madeesse.

sqeerrooApril 26, 2022

Waraanni Bilxiginnaa Shawaa Lixaafi Bahaatti namoota nagaa 8 yoo ajjeesu 5 ammoo madeesse. (SQ-Ebla 26,2022) Waraanni Bilxiginnaa maqaa oppireeshinii farra…

Posts navigation

Older posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • ๐——๐˜‚โ€™๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ข๐—ณ ๐—•๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐——๐—ต๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚ ๐— ๐—ถ๐˜€๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜€๐—ฎ ๐—•๐˜‚๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ฎ ๐—”๐—•๐—ข ๐—๐—ฎ๐—ฎ๐—น ๐—–๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฅ๐—ผ๐—ผ๐—ฟ๐—ฟ๐—ถ๐˜€๐—ฎ๐—ฎ (๐—ง๐—ฎ๐˜€๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐—ฒ๐—ฒ ๐—ง๐—ฎ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐˜‚๐—ฟ๐—บ๐˜‚๐˜‚) ๐—œ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ ๐—œ๐—ท๐—ผ๐—ผ ๐——๐˜‚๐—ฏ๐—ฏ๐—ถ๐—ถ -๐—”๐—•๐—ข
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.
  • Godina Horroo Guduruutti daaโ€™immanii fi haadholii ulfaa dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan gargaarsa hatattamaa eeggachaa jiru.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.