Matakkalitti Waraanni PP Ummata Oromoo yakka tokko malee hidhuun hidhuun dararaa jiraachuu maddeen keenyi nuuf dhaaman.
Godina Matakkal ona Dibaaxii magaalaa Gaalessaatti, gochi diinummaa ummata Oromoo irratti raawwatamaa jiraan gabaafame. Sirni faashistii Abiyyiin hoogganamu, abbaan dabaa dabalatee ilmaan isaa sadi waliin hidhamuun dhaga’ame.
Namoonni baayyeen godinicha keessaa ukkaanfamuun, gidiraa argaa jiraachuun gabaafamaa turus, inni ammaa raawwataa jiru, hammaataa dhufuun maddeen ibsan. Ilmaan Oromoo, badii malee, manneen isaanii fi iddoo hojiitii butamuun as buuteen dhabes, hedduu ta’uun hubatamee jira.
Maatii tokko keessaa, namootni 4 hidhaman, isaanis;
4. Darg.
#Dirribaa_Abarraa -ilma yoo ta’an, namootni biroon ammoo onichumatti hidhamuun roorrifamaa jiranis;
7. Obbo
#Abbabaa_Waaqtolaa – Dura bu’aa mana barumsaa Gaalessaa yoo tahu, achi buuteen isaa hanga ammaa hin beekamne.
Taate hamaan kun kan inni Ummata nagaa kana irratti raawwatameef yakka qabaataniif osoon sababa Oromummaa isaaniif jecha Qe’ee isaanii irratti Waraana PPn akkatti gidirf*amaa jiru jechuun maddeen keenyi nuuf dhaaman.
Related