Skip to content

  • Home
  • Ejjannoo
  • Support Sagalee Qeerroo
  • About

Month: July 2023

Ajajaan WBO G/galeessaa jaal Sanyii Nagaasaa humna haaraa leenjisuun eebbisiisan
Uncategorized

Ajajaan WBO G/galeessaa jaal Sanyii Nagaasaa humna haaraa leenjisuun eebbisiisan

sqeerrooJuly 29, 2023

  Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddugaleessaa Sanyii Nagaasaa WBOn qabsoo jabaa gaggeessu cinaatti leenjisee bobbaasuu jabeesse. Waraanni Bilisummaa Oromoo…

Humni waraanaa mootummaa dargaggoota ukkaamsuun achi buuteen dhabamsiise
Uncategorized

Humni waraanaa mootummaa dargaggoota ukkaamsuun achi buuteen dhabamsiise

sqeerrooJuly 29, 2023

#Urgent ! Finfinnee fi Naannawaa Finfinnee keessatti humni waraanaa mootummaa dargaggoota bakka isaan baay’inaan taa’anii taphatanii ukkaamsaa jira. Mootummaan pp…

Godina Jimmaa Aanaa Geeraa fi saxannaatti maaliif nagahee gaafattan jechuun kaabinoonni jiratatota dararan
Uncategorized

Godina Jimmaa Aanaa Geeraa fi saxannaatti maaliif nagahee gaafattan jechuun kaabinoonni jiratatota dararan

sqeerrooJuly 27, 2023March 25, 2024

Godina Jimmaa Aanaa Saaxammaa dabalatee Aanaa Geeraatti kaabinoonni mootummaa ilmaan Oromoo qonnaan bultoota haqa isaaniif falmatan maaliif gaaffii mirgaa gaafattan…

Oromo Opposition Figures Held Despite Court Orders Release 7 Senior Party Leaders Jailed for Up to 3 Years
Uncategorized

Oromo Opposition Figures Held Despite Court Orders Release 7 Senior Party Leaders Jailed for Up to 3 Years

sqeerrooJuly 27, 2023

Ethiopian authorities should immediately release seven Oromo opposition figures arbitrarily detained for around three years purely for their political role, Human…

Dhaabbatni Mirga Namoomaa Itiyoopiyaa hoggantootni ABO mana hidhaa jiran akka hiikaman gaafate
Uncategorized

Dhaabbatni Mirga Namoomaa Itiyoopiyaa hoggantootni ABO mana hidhaa jiran akka hiikaman gaafate

sqeerrooJuly 24, 2023

  Qeerroo Intelligence Group!: Waajjira ABO Damee Finfinnee: Mootummaan Itoophiyaa hogganoota ABO mana hidhaa jiran akka hiiku Dhaabbanni Mirga Namoomaa…

Mootummaan Abbaa irree Miseensa ABO magaalaa Shaggar kan tahan hidhuun dhagahame
Uncategorized

Mootummaan Abbaa irree Miseensa ABO magaalaa Shaggar kan tahan hidhuun dhagahame

sqeerrooJuly 16, 2023

Murni pp ammas hidhaa Miseensota ABO irratti jabeessee itti fufuun ilmaan Oromoo hidhaa jira. Adoolessa 16/2023 Mootummaan Impaayera Itiyoophiyaa Miseensota…

Du’aan Boqotuu Wellisaa Kabajamaa Ibraahim Aadam ilaalchisuun Ibsa Gaddaa Adda Bilisummaa Oromoo-ABO
Uncategorized

Du’aan Boqotuu Wellisaa Kabajamaa Ibraahim Aadam ilaalchisuun Ibsa Gaddaa Adda Bilisummaa Oromoo-ABO

sqeerrooJuly 14, 2023

  Du’aan Boqotuu Wellisaa Kabajamaa Ibraahim Aadam ilaalchisuun Ibsa Gaddaa Adda Bilisummaa Oromoo-ABO Duuti dhala namaa irraa kan hin hafne…

Wellisaa Ibraahim Adam du’aan Addunyaa kana irraa boqotan
Uncategorized

Wellisaa Ibraahim Adam du’aan Addunyaa kana irraa boqotan

sqeerrooJuly 13, 2023

#Oduu_Gaddaa Artist #Ibraahim_Adam addunyaa kanarraa du’aan boqotee jira. Artis Ibraahim nama bara dukkanaa wallee isaa faffacaanee jechuun ummata oromoof dhaamee…

Waraanni Mootummaa Oromiyaa bakkoota adda addaatti Ummata dararaa jira.
Uncategorized

Waraanni Mootummaa Oromiyaa bakkoota adda addaatti Ummata dararaa jira.

sqeerrooJuly 12, 2023

Miseensotni raayyaa Ittisa impaayerattii 8 sirna bilxiginnaa ganuun WBOtti makaman. waraanni pp Caasaan waraana murna bilxiginnaa aangoo kiyya naaf tiksu…

Itoophiyaa Keessatti Wagga Kana Dhiittaa Mirgaa Hedduutu Raawwatame:Komishinii Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa
Uncategorized

Itoophiyaa Keessatti Wagga Kana Dhiittaa Mirgaa Hedduutu Raawwatame:Komishinii Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa

sqeerrooJuly 12, 2023

Bara lakkoobsa Itiyoophiyaa xumuramaa jiru kana keessatti dhiittaan mirga namoomaa hedduun raawwatamuu isaa Komishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa ibsee jira. Komiishinni…

Posts navigation

Older posts

Share & Follow US

  • Facebook
  • YouTube
  • Telegram
  • Twitter
Whatsup

Oduu Yeroo adda addaa SQ irratti dhiyaatan

  • September 2025
  • August 2025
  • July 2025
  • June 2025
  • May 2025
  • April 2025
  • March 2025
  • February 2025
  • January 2025
  • December 2024
  • November 2024
  • October 2024
  • September 2024
  • August 2024
  • July 2024
  • June 2024
  • May 2024
  • April 2024
  • March 2024
  • February 2024
  • January 2024
  • December 2023
  • November 2023
  • October 2023
  • September 2023
  • August 2023
  • July 2023
  • June 2023
  • May 2023
  • April 2023
  • March 2023
  • February 2023
  • January 2023
  • December 2022
  • November 2022
  • October 2022
  • September 2022
  • August 2022
  • July 2022
  • June 2022
  • May 2022
  • April 2022
  • March 2022
  • February 2022

Latest News

  • Harargee Bahaa Cinaaksanitti weerara hidhattootni Naannoo Somaaleef bananiin namootni 6 battalatti yoo ajjeefaman miidhaan biroos qaqqabeera .
  • Caasaan ABO magaalaa Shaggar jiru haala yeroo irratti waajjira ABO Muummeetti mariiyatan.
  • 𝗗𝘂’𝗮𝗮𝗻 𝗢𝗳 𝗕𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗗𝗵𝗮𝗯𝘂𝘂 𝗠𝗶𝘀𝗲𝗲𝗻𝘀𝗮 𝗕𝘂𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗔𝗕𝗢 𝗝𝗮𝗮𝗹 𝗖𝗮𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗥𝗼𝗼𝗿𝗿𝗶𝘀𝗮𝗮 (𝗧𝗮𝘀𝗳𝗮𝗮𝘆𝗲𝗲 𝗧𝗮𝗿𝗿𝗮𝗳𝗮𝗮 𝗚𝘂𝗿𝗺𝘂𝘂) 𝗜𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗜𝗷𝗼𝗼 𝗗𝘂𝗯𝗯𝗶𝗶 -𝗔𝗕𝗢
  • Waajjira Muummee ABO Gullalleetti Miseensotni leenjii fudhachaa turan Irbuu haatomsatan.
  • Godina Horroo Guduruutti daa’immanii fi haadholii ulfaa dabalatee jiraattotni 6,000 ol tahan gargaarsa hatattamaa eeggachaa jiru.

Recent Videos

Recent Videos:-
[wp-rss-aggregator template="default"]

Copyright © 2025 | Ace News by Ascendoor | Powered by WordPress.