Wellisaa Ibraahim Adam du’aan Addunyaa kana irraa boqotan

Artist #Ibraahim_Adam addunyaa kanarraa du’aan boqotee jira. Artis Ibraahim nama bara dukkanaa wallee isaa faffacaanee jechuun ummata oromoof dhaamee dargaggoota Oromoo dammaqse ture. Artist Ibraahim Adam dhukkubsachaa erga turee booda guyyaa har’aa du’aan Addunyaa kana irraa boqotaniiru. Ummata Oromoo akkasumas jaallattootaa fi maatii Artist Ibraahim Adam hundaaf Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo jajjabina hawwinaaf.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *