Wallaggaa Bahaa Diigaatti waraanni Bilxiginnaa namoota 3 mana hidha keessa baasun ajjeesun dhaga’ame.

Allaggaa Bahaa Diigaatti waraanni Bilxiginnaa namoota 3 mana hidha keessa baasun ajjeesun dhaga’ame.

(SQ-Bitootessa 27,2023)

Godina Wallaggaa Bahaa Ona Diggaatti hidhamanii kan turan namoonni 3 Bitootessa 24,2023 Waraana Mootummaa paartii Bilxiginnaan mana hidha keessa baafamun ajjeefamanii reeffi isaanii gatamu maddeen nuuf himan.

Namoonni kunneenis
1,Dassaaleny Gaaddisaa
2,Ermiyaas Giddiisaa fi
3,Dabalaa nama jedhamu yoo ta’an. namni Dabalaa jedhamu dhihoo Harargeedhaa dhufee jedhu maddeen keenya.

Waraanni PP Oromiyaa guutuu keessatti ilman Oromoo ajjeessu jabeesse itti fufee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *