Jaal Alamaayyoo Diroo Humnoota tika Bilxiggaan qabamee Hidhame.

Qabsaa’aa Gameessaa fi walitti qabaa Koree Naamusaaf to’annoo ABO kan ta’an Jaal Alamaayyoo Diroo Humnoota tika Bilxiggaan qabamee Hidhame.

(SQ-Fulbaana 29,2022)

Hayyuu fi maanguddoon Oromoo qondaala ABO ta’an Jaal Alamaayyoo Diroo ganama har’aa Fulbaana 29,2022 humnoota mootummaa Bilxiginnaan mana jireenya isaaniitii qabamanii jiran. Eessatti akka geessanis hanga ammaatti waan beekame hin jiru.

Mootummaan Bilxiginnaa Sadaasa 01,2020s Jaal Alamaayyoo Diroo bal’essaa tokko malee qabee mana hidhaa qajeelcha poolisii magaalaa Buraayyuutti hidhee hiraarsaa turuun kan yaadatamuu dha.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *