Mormiin Barattootaa dhohe guutuu Oromiyaatti jabaatee jira.
Sagalee Qeerroo Muddee 06, 2022
https://t.me/hordofaa
https://chat.whatsapp.com/LAzVHa4HqhsCccRHuz6sBB
Yeroo ammaa kana mormii barattootni Oromoo duguuginsa Sanyii gaggeeffamaa jiru balaaleffatan gaggeessaa jiran
Ummatni Oromoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo waliin warraaqsa isaa magaalaa keessatti jabeeffachuu qaba.
Hanga ammaatti yuunivasitiilee mormiitti jiran kan gabaasaa arganne
Haramaayaa,
Amboo,
Dirree Dawaa,
Kotobee Meetirooppoolitaan
Adaamaa,fi
Mana barumsaa Jaarraa Abbaa Gadaa( Boolee Bulbulaa)
Mana barumsaa jeneraal Waaqoo Guutuu Finfinnee,
Sulultaa
Arsii
Harargee
Naqamtee fi bakkeewwan birootti gaggeeffamaa jira.
Sagalee saba keessanii ta’uun aantummaa argisiiftaniif galatni keessan dhiiga lammiilee nagaa dhangala’u qoorsuun dhugooma.
Ka’i Oromoo Barattoota kee waliin.