Sirni Abiyyiin gaggeessu Oromiyaa bakkoota garaagaraatti baatii tokko keessatti yakkoota addunyaa irratti jaarraa kana keessa hin raawwatamne ilmaan Oromoo irratti raawwataa jira.
Humni waraanaa Abiyyiin bobbaasee fi faannoon wal tahuun Oromiyaa keessatti ilma Oromoo yeroo ciibsee akka saawwaatti morma kutu, yeroo harmee ulfa daa’ima waliin manatti cufee abiddaan gubee barbadeessu argaa jirra.
sirni Abiyyiin gaggeessun Oromoo ajjeesee morma kutee yeroo geeraru jaarraa kana keessa argine.
sirni Minilik gaggeessaa ture Oromoo harma afi harka kutaa ture amma immoo ilmi Minilik Abiiyyi Morma kuchisiisaa jira.
Oromoo falmachuutu Morma kee siif oolcha.