Maanguddoo guyyaa tokko keessatti maatii ofii nam kudha lama dhaban,gara nama nyaatu๐Ÿ’”

Maanguddoo guyyaa tokko keessatti maatii ofii nam kudha lama dhaban,gara nama nyaatu๐Ÿ’”

. “Guyyaa tokko keessatti nama 12 narraa fixan jedhee boo’ee imiimmaan qabachuu dadhabe. ๐Ÿ˜ญDhalootaan Harargee bahaa Gaara Mullataa yommuu tahu waggaa 2 dura baqqatummaan maatii isaa waliin Harargee irraa Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Jaardagaa Jaarteetti baqatee achi jiraachaa osoo jiru garee Faann*oon maatii isaa namni 12 jalaa dhuman. Waan godhu wallaalee lubbuu isaa takkitti du’a irraa oolchuuf amma ofii isaatiif achirraa baqatee Shaambuu jiraachaa jira.”

IMG_4706

https://t.me/hordofaa

https://chat.whatsapp.com/LAzVHa4HqhsCccRHuz6sBB

 

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *