Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti ilmaan Oromoo waraana waloo humna finxaaleyyii fi RIBn ajjeeffaman.

Ilmaan Oromoo Harargee bara 1996 fi 1997 keessa sababa hoongeen buqqa’anii godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuu qubsiifaman waraana waloo humna finxaaleyyii fi RIBn ajjeeffaman.
1 Umaar Alii
2 Sayiid Kamaal
3 Mohammed Alii
4 Jamaal Adaam
5 Usumaan Ibiraahim
6 Tajuu Ahameed
7 Yosuuf Mohammed
8 Ahmaad Kamaal
9 Hasaan Kadir
10 Alii Muyee
11 Kamaal Fadiluu
12 Jamaal Hamzaa
13 Qaasim Mohammed
14 Xaayiba Mahammed ijoollee lama waliin
15 Mahammed Kamaal
16 Hassaan Mohammed
17 Ahaamad Ibiraahim
18 Mohammed Usumaan
19 Aminaa Saayid
20 Hassaan Mohammed
21 Mohammed saayid
22 Ahmaad Alii
23 Faaxumaa Alii
24 Usumaan Aalii
25 Faaxumaa Jibiriil
26 Samiraa Saayid
27 Ibiraahim Husseen
28 Husseen Mohammed
29 Mohammed Jibiriil
30 Mohammed Daawud
31 Ahameed Kamaal
32 Mohammed Kamaal
33 Umar Mohammed
34 Usumaan Yusuuf
35 Abdala Mohammed
36 Mohammed Musxaafa
37 Awaalo Jamaal
38 Qaasim Adaam
39 Yaasin Nuree
40 Daawud Kadir
41 Muyee Shaamsu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *