Jaallan Mana hidhaa keessatti sagalee dhabaniif sagalee haa taanu.
(SQ-Ebla 19,2022)
Koreen qindeesituu Mootummaa Ceehumsaaaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa ji’oota shan booda Mana Murtiitti dhihaatanii turan, ammas yeroo 3ffaaf Mana Murtii walii-galaa Oromiyaa kan Calcaliitti (Saarbeeti) jedhamutti gaafa Ebla 21, 2022 (13/ 08/2014) ni dhihaatu waan ta’eef namuu deeme dhaddacha isaani haa hordofuu danda’a. Ergaa keenya.
𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐡𝐢𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐃𝐚𝐚𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐧 𝐊𝐮𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧,
𝟏. 𝐐𝐚𝐚𝐬𝐢𝐢𝐦 𝐀𝐛𝐝𝐮𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢𝐢 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢
𝟐. 𝐒𝐞𝐞𝐟𝐮𝐮 (𝐉𝐚𝐚𝐥 𝐆𝐚𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐋𝐚𝐦𝐦𝐢𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐢𝐬𝐚𝐚 )𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐓𝐚𝐦𝐚𝐚𝐦
𝟑. 𝐌𝐚𝐡𝐚𝐚𝐦𝐚𝐝 𝐖𝐚𝐚𝐝𝐨𝐨 𝐁𝐮𝐮𝐬𝐞𝐞
𝟒. 𝐃𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮 𝐃𝐮𝐮𝐥𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐚𝐬𝐡𝐞𝐞
𝟓. 𝐋𝐚𝐦𝐦𝐢𝐢 𝐓𝐞𝐬𝐟𝐚𝐲𝐞𝐞 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢
𝟔. 𝐁𝐢𝐪𝐢𝐥𝐚𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐮𝐮 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐒𝐡𝐨𝐨𝐦𝐚𝐚
𝟕. 𝐊𝐚𝐥𝐢𝐢𝐟𝐚𝐚 (𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬 )𝐀𝐛𝐝𝐮𝐥𝐟𝐚𝐭𝐭𝐚𝐚 𝐀𝐛𝐝𝐮𝐫𝐚𝐚𝐡𝐢𝐦
𝟖. 𝐌𝐚𝐡𝐚𝐦𝐚𝐝 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐘𝐞𝐞𝐬𝐮𝐮𝐟
𝟗. 𝐓𝐨𝐨𝐟𝐢𝐢𝐪 𝐀𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐨𝐨𝐛𝐚𝐚
𝟏𝟎. 𝐀𝐝𝐢𝐢𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐘𝐞𝐞𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐀𝐛𝐝𝐨𝐨
𝟏𝟏. 𝐍𝐚𝐣𝐚𝐚𝐬𝐡 𝐌𝐚𝐡𝐚𝐚𝐦𝐚𝐝 𝐀𝐦𝐢𝐢𝐧
𝟏𝟐. 𝐔𝐬𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐚𝐝𝐚𝐦 𝐀𝐡𝐢𝐦𝐚𝐝
𝟏𝟑. 𝐃𝐚𝐫𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 (𝐓𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐤𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐀𝐬𝐚𝐟𝐟𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐚𝐜𝐚𝐚 )
𝟏𝟒. 𝐂𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚 𝐔𝐬𝐦𝐚𝐚’𝐞𝐞𝐥
𝟏𝟓. 𝐌𝐚𝐡𝐚𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝 𝐀𝐡𝐢𝐦𝐚𝐝 𝐌𝐚𝐡𝐚𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝
𝟏𝟔. 𝐃𝐚𝐜𝐡𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐰𝐢𝐢𝐫𝐭𝐮𝐮
𝟏𝟕. 𝐊𝐚𝐝𝐢𝐢𝐫 𝐒𝐚𝐲𝐢𝐢𝐝 𝐉𝐢𝐢𝐥𝐨𝐨 𝐟𝐢
𝐊𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐚𝐦𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚.