Ummata Godina Horroo Guduruu Sabni Oromoo dirmannaa gochuu qaba.

https://t.me/hordofaa

Ummata Godina Horroo Guduruu Sabni Oromoo dirmannaa gochuu qaba.

Ummatni Godina Horroo Guduruu aanaa jaardegaa jaartee fi Amuruu humna Faannoo hidhannoon isatti duulee qe’ee fi qabeenyaa isaa barbadeessaa jiru dura dhaabbatee warewgamuuf haala argitan kanaan bahee loluuf qophii tahus meeshaan inni qabu kan aadaati .

Sabni Oromoo akkuma yeroo sumaaleen Oromoo bahaatti duulte gochaa Faannoon naannoo wallaggaa bahaa fi Horroo Guduruu keessatti gochaa jirtuuf dirmannaa gochuu qaba.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *