Horro Guduruu Wallaggaa Jaardagaa Jaartee keessatti Faannoon Amaaraa uummata nagaa irratti haleellaa raawwatan. (SQ-Sadaasa 16,2022) Deeggarsa Mootummaa...
Month: November 2022
‘US warra waliigalticha gufachiisan adabuuf qoqqobbii fayyadamuurraa duubatti hin deebitu’ (SQ-Sadaasa 16,2022) US waliigalteen waraana dhaabuuf mootummaa...
Shawaa lixaa Meettaa Walqixxeetti Humni Adda Oromiyaa uummata saamaa shamarran gudeedaa jiraachu himatu jiraattonni. (SQ-Sadaasa 15,2022) Godina...
Miseensi Mana Maree Ameerikaa Biraad Sheermaan, Qoqqobbiin Itoophiyaa miseensummaa AGOA keessaa haquuf biyyattiirra kaaโame akka hin kaaneef...
ODUU AMMEE/BREAKING ๐๐ฎ๐น๐ฒ๐ฒ๐น๐น๐ฎ๐ฎ ๐ซ๐ฎ๐๐๐ฎ๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐๐ผ๐ฑ๐ถ๐ป๐ฎ ๐๐ถ๐
๐ฎ ๐ฆ๐ต๐ฎ๐ด๐ด๐ฎ๐ฟ ๐๐ผ๐ฏ๐ถ๐ถ๐๐๐ถ ๐๐ฒ๐ด๐ด๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐บ๐ฒ๐ฒ๐ป ๐ก๐ฎ๐บ๐ผ๐ผ๐๐ป๐ถ ๐ฑ๐ต ๐๐โ๐๐ ๐ณ๐ถ ๐ ๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐ฎโ๐๐๐ป ๐๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐๐ฎ๐บ๐ฒ (SQ –...
Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO) karaa dandaโamu hundaan gargaaruuf qooda keenya haa baanu. Teessoo YouTube Channel SBO...
Rakkoon nageenyaa fi hongeen Oromiyaatti gaagaโama namoomaa qaqqabsiise jedhe UNOCHA’n. (SQ-Sadaasa 14,2022) Rakkoon nageenyaa fi hongeen lixaa...
Weellisaa Damisoo Moosisaa mana hidhaatii baafamuun humnoota mootummaatiin ajjeefamuunsaa dhaga’ame.
Weellisaa Damisoo Moosisaa mana hidhaatii baafamuun humnoota mootummaatiin ajjeefamuunsaa dhaga’ame.
Weellisaa Damisoo Moosisaa mana hidhaatii baafamuun humnoota mootummaatiin ajjeefamuunsaa dhaga’ame. (SQ-Sadaasa 14,2022) Weellisaa Damisoo Moosisaa Caamsaa 29,...
Barsiisaa Toomaas Gammachuu mana hidhaa keessaa baafamee ajjeefamuun dhaga’ame. (SQ-Sadaasa 14,2022) “Barsiisaa Toomaas Gammachuu Kabaa kan jedhaman...
Lammiilee haleellaa diroonii fi humnoota lafoo mootummaatiin Oromiyaa keessatti ajjeefaman yaadachuuf sirni Dungoo ibsuu Ameerikaa Washingtan DCtti...