Bakka Qaamni 3ffaa
Ilmi Oromoo akkasiin ajjeefamaa irratti geerarama! Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, [4/12/2023 2:57 AM] “Bakka qaamni 3ffaa jirutti marii araaraaf dhiyaannee…
Ilmi Oromoo akkasiin ajjeefamaa irratti geerarama! Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, [4/12/2023 2:57 AM] “Bakka qaamni 3ffaa jirutti marii araaraaf dhiyaannee…
Gargaarsi namoomaa Itoophiyaaf arjoomame gabaarratti gurguramaa jira jedhe jaarmiyaan mootummoota gamtoomanii. (Ebla 11,2023) Dhaabbani Sagantaa nyaata mootummoota gamtoomanii namoota…
Obbo Kennasaan konkolaataa fi poolisiif kaffalanii mana hidhaatii deddeebi’anii yaalamu’ Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) hooggantooti isaa Itoophiyaa keessatti ”dabaan hidhaman”…
๐๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ ๐๐จ๐ ๐ ๐๐ง๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐๐ข ๐๐จ๐ง๐๐๐๐ฅ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ง ๐๐ข๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐๐ข๐ซ๐ฌ๐๐ ๐๐ข๐ซ๐ฎ ๐๐๐๐ข-๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐. Ijoo Dubbii ABO โ Ebla 11,…
Humni Addaa Amaaraa Uummata Oromoo Walloo irratti lola banuun namoota 5 ol ajjeesun 5 madeessun dhaga’ame. (SQ-Ebla 10,2023) Yeroo amma…
Qabsaawota Oromoo mana hidhaa Buraayyuu jiran dhukkubsatanii yaala dhabuun qarqara du’a arra gahanii jiru. Ebla 9/2023 Qabsaawota Oromoo…
๐๐๐ซ๐ข๐ข๐ซ๐จ๐จ๐ง ๐๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐๐๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐๐๐๐ฌ๐ข๐๐๐ฆ๐ฎ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐ฅ๐๐๐๐ก๐๐๐ ๐๐ฎ’๐๐ ๐๐๐๐ซ๐ข๐ข ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ช๐๐๐. Waliigaltee Waraanaa Haaraa Itiyoophiyaa fi Ertiraa Ilaalchisee ibsa…
Hidhamuu abbootii lallaba godinoota wallaggaa humnoota tikaan butamanii ilaalchiisee hordoftoonni amantii ortodoksii mormii gaggeessaa jiru.
Bilxiginnaan Abbooti Kutaa Lallaba Wallaggaa Lixaafi Wallaggaa Bahaa kan ta’aan Abbaa Garbi’eeliifi Abbaa Barsumaa hidhun dhaga’ame. (SQ-Ebla 6,2023) Fedhii hordooftoota…
Araara Sinoodosii jedhame booda hogganoota Sinoodosii Itoophiyaatiin shirri garaagaraa Oromiyaa keessatti tolfamaa akka jiru Bakka buโoonni kutaalee lallabaa Oromiyaa…