Hidhamuu abbootii lallaba godinoota wallaggaa humnoota tikaan butamanii ilaalchiisee hordoftoonni amantii ortodoksii mormii gaggeessaa jiru.
Related Posts
Obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana bara haaraa Xoophiyaa ilaalchiisun rakkoolee Oromiyaa keessatti muudataniif Dhiifama gaafate haa ta’u malee dubbiin obbo shimallis Oromoo sobuuf kan jedhame fakkaata.
Obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana bara haaraa Xoophiyaa ilaalchiisun rakkoolee Oromiyaa keessatti muudataniif Dhiifama gaafate haa ta’u malee dubbiin obbo…
Ibsa Gaddaa Adda Bilisummaa Oromoo – ABO
Hayyuun Oromoo Bara Jireenya Isaanii Guutuu Qabsoo Oromoof Qooda Guddaa Kennaa, Oromummaa Ijaaruuf Ifaajjaa turan Dr.Moggaa Firrisaa Du’aan Of Biraa…
Prisedant Shimallis Abdiisaa diina Eenyummaa Oromummaa fi Sabboontotaati‼️
Ummata Oromoo irratti yakka duguuggaa Sanyii kan raawwataa fi raawwachiisaa jiru prisedant #Shimmallis_Abdiisaati‼️ Akkuma TPLF waloon barbadeessine WBOs waloon barbadeessina…