Oolmaa Mana Murtii Waliigalaa Calcalii/Saarbeet

Oolmaa Mana Murtii Waliigalaa Calcalii/Saarbeet

(SQ-Ebla 7,2022)

koreen qindeesituu Mootummaa Ceehumsaa Biyyaalessaa Naannoo Oromiyaa(MCBNO) Ji’oota shan booda har’a mana murtii Waliigalaa Calcaliitti dhihaatan torbaan lama booda gaafa 13,08,2014 tti beellamaan mana hidhaa Daalattiitti deebi’an.

Kanneen himannaan sobaa irratti banamuun mana hidhaatti hiraarfamaa jiran,

1. Qaasiim Abdulaahii Abbaa waarii
2. Seefuu (Jaal Gabbisaa Lammii Fayyisaa )Abbaa Tamaam
3. Mahaamad Waadoo Buusee
4. Dessuu Duulaa Gaashee
5. Lammii Tesfayee Baraartii.
6. Biqilaa Amanuu Abbaa Shoomaa
7. Kaliifaa (Gammachiis )Abdulfattaa Abduraahim
8. Mahamad Isaa Yeesuuf
9. Toofiiq Amaan Roobaa
10. Adiinaan Yeesuuf Abdoo.
11. Najaash Mahamad Amiin.
12. Usmaan Adam Ahimad
13. Daraaraa (Tarreekumaa Asaffaa Baacaa )
14. Callaa Usmaa’eel
15. Mahaammad Ahimad Mahaammad.
16. Dachaasaa wiirtuu fi
17. Kadiir Sayiid Jiiloo
Kanneen jedhamanii dha.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *