Muummichi ministeeraa Falasxiin Mohammad Shtayyeh wixata har’aa aangoo gadhiisuu isaanii beeksisan.

Muummichi ministeeraa Falasxiin Mohammad Shtayyeh wixata har’aa aangoo gadhiisuu isaanii beeksisan.

Tarkaanfiin kun kan fudhatame yeroo dhiibbaan U.S.n Pirezidaanti Mahmuud Abbaas irratti qabdu guddachaa dhufee booda, lola Gaazaa keessatti geggeeffamaa jiru dhaabuu fi waraana booda caasaa siyaasaa naannoo kana bulchu irratti hojjechuu jalqabuuf tattaaffiin idil-addunyaa cimaa dhufee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *