Godina wallaga bahaa Aanaa kiiramuutti Faannoon Amaaraa namoota ajeesuu qabeenya saamuu.

Godina wallaga bahaa Aanaa kiiramuutti Faannoon Amaaraa namoota ajeesuu qabeenya saamuu.

SQ 15/2022

Godina wallaga bahaa Aanaa kiiramuutti Faannoon Amaaraa gandoota akka lalistuu sombo,burqaa sorumaa,waddeessa diimmaa Qilxuu Abboo,Noolee kan jedhaman keessa namoota ajeesuu qabeenya saamuu mana gubaa jiru fknf guyyaa kaleessa 14/4/2022 Biqilaa Baanjee abbaa ijjoolle 12 dha baqatee magaala kiiramuu jiraata osoo jiru ijjollen beela`anii itti boonyaan harrota 2n dhangaa fe`achu deeme achitti ajeessani harroota fi loon naannoo sana turan 160 ol ofatanii kaambii isaanii magaalaa Haarootti ofatanii deemanii.odeffanno dabalata qabanee dhufna

qeerroo bilisummaaย  Kiirammuu Irraa

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *