Qeerroon Bilisummaa Oromoo Dhaabbilee Olaanoo Magaalaa Finfinnee Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo kajaban.

Qeerroon Bilisummaa Oromoo Dhaabbilee Olaanoo Magaalaa Finfinnee Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo kajaban.

(SQ-Ebla 15,2022)

Qeerroon Bilisummaa Oromoo Dhaabbilee Barnoota Olaanaa Magaalaa Finfinnee keessa jiran Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15 waggaa 37ffaa haala ho’aa ta’een kabajanni oolu SQtti himan.

Qeerroon Bilisummaa Oromoo kabaja GGO kana irratti seenaa Ebla 15 wal yaadachiisuun haala qabsoon Bilisummaa Oromoo yeroo ammaa keessa jiru irratti mari’aachuun Qabsoo finiinsuuf irbuu isaanii haareffatanirru!

Guyyaa har’a Ebla 15,2022 Oromiyaa guutuu keessatti qabsa’oonni, akkasuma uummanni Oromoo balaan Guyyaa Gootota Oromoo haala adda ta’een kabaja jiru!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *