Oolmaa dhaddacha mana murtii ijibaata Federaala Kol. Gammachuu Ayyaanaa

 

(SQ- Caamsaa 18,2022)

Oolmaa dhaddacha mana murtii ijibaata Federaala Kol. Gammachuu Ayyaanaa har’a caamsaa 18/202 (10/9/2014) mana murtii ijibaata Federaala dhihaatanii turan bellama dhimmicha ilaaluuf ammaas boor jechuun gaafa caamsaa 19/ 2022 (11/ 9/ 2014ti manni murtii ijibaata bellama biraa kenne jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *