Qeerroon Bilisummaa Oromoo warraaqsa itti fufeera.

Qeerroon Bilisummaa Oromoo warraaqsa itti fufeera.

[Caamsaa 24, 2022]

Harargee Bahaa magaalaa Harar aanaa Soofiitti Qeerroon Bilisummaa Oromoo hiriira mormii sirna nama nyaataa pp irratti geggeessaa jira.
Hiriira kanarratti yakkiota waraanaa pp’n ummata Oromoorratti raawwattu balaaleffachuun Qeerroo fi ummanni Oromoo qabsoo isaa jabeessuun mirga hiree ofii ofiin murteeffachuu akka mirkaneeffatan dhaadannoolee isaatiin ibsaniiru

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *