Bilxiginnaan Miseensoota RIB WBO fakkeesse galchuuf qopheesetti Meeshalee gurguddaa hiruun dhaga’ame.

Bilxiginnaan Miseensoota RIB WBO fakkeesse galchuuf qopheesetti Meeshalee gurguddaa hiruun dhaga’ame.

(SQ-Bitootessa 20,2023)

Mootummaan Bilxiginnaa Miseensoota Rayyaa Ittisa Biyya WBO fakkeessun Leenjiisetti Meeshalee Waraana Bireenii 13, Diishaa 2, Qumbullaa 1, Sinapeeri 3 fi
Kilaashii itti hiruun meeshalee kanneen qabatanii akka waan WBO’n galeeti fakkeesun galchuuf qophitti jiru
.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *