Hidhamuu abbootii lallaba godinoota wallaggaa humnoota tikaan butamanii ilaalchiisee hordoftoonni amantii ortodoksii mormii gaggeessaa jiru.
Related Posts
Tooftaan Shiraa fi humni kamuu galii Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) hanqisuu fi Jallisuus hin dandahu .
Tooftaan Shiraa fi humni kamuu galii Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) hanqisuu fi Jallisuus hin dandahu . Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo…
Godina W/Bahaa Aanaa Jimmaa Arjootti waraanni pp Dargaggoota 2 manaa baasuun ajjeesaii gatan
Waraanni faashistii koloneel Abiyyiin hogganaman Godina W/bahaa Aanaa Jimmaa Arjoo keessatti ilmaan Oromoo 2 rasaasaan ajjeesan. Guraandhala 15,2023 Waraanni sirna…
Qeerroo Bilisummaa Oromoo humna qaroomeef barate malee jaarmiyaa gorsa nama dhuunfaa socho’u hin turre mitis ‼️
Qeerroo Bilisummaa Oromoo humna qaroomeef barate malee jaarmiyaa gorsa nama dhuunfaa socho’u hin turre mitis ‼️ Qalbeessaa Dhangi’aatiin ABO’n Asmaraa…