Shaggar lixaa Aanaa Cobiitti waraanni Bilisummaa Oromoo ummata naannoo waliin tahuun Irreecha bara kanaa 2023 irreeffachuun nagaan goolabame.
Irreechi nagaa fi jaalala tahuun kan beekamu eebba jaarsoliin eegalamee nagaa fi jaalalli labsamee sirna nama hawwatuun goolabameera.