Ijaarsi Dubartoota Oromoo Addunyaa dhimma dhabamuu Hoggantoota ABO ilaalchisee yaaddahuu isaa Xalayaa banaa barreesse

 

Ijaarsi Dubartoota Oromoo Addunyaa dhimma dhabamuu Hoggantootaa fi qondaaltota ABO manager hidhaa Buraayyuu irraa ilaalchisee Xalayaa Banaa barreesse.

Ijaarsi Dubartoota Oromoo Addunyaa dhimma dhabamuu hoggantootaa fi qondaaltota ABO mana hidhaa Buraayyuu keessaa ilaalchisee yaaddoo qabu xalayaa banaa barreessuun qaamota Mirgoota Dhala namaaf dhaabbatan ykn falman akka hidhamtootni kun lakkifamaniif dhiibbaa mootummaa itiyoophiyaa irratti akka taasisan gaafatan.

 

Ijaarsi Dubartoota Oromoo Addunyaa akka xalayaa kanaa irratti barreesseen dhaabbatootni akka UN security council, UN Human Right Commissioner, USA secretary of state ,European Union Human Right Commissioner kanneen jedhamaniif barreessuun gaafatee jira.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *