Humni waraanaa mootummaa Luba Soorii Guddataa ukkaamsan

Luba Soorii Guddatoo barsiisaa Amantaa humnoota waraanaan hidhaman.

Lubni soorii Guddataa Faarfannaa afaan Oromoon kan qabu yoo tahu namoota mana amantaa Ortodoksii keessatti jaallatamummaa qabanidhas jedhameera.

 

Lubni Soorii Guddataa guyyaa Kaleessa Adoolessa 13/2023 humnoota waraanaa mootummaa dhaan qabamanii hidhamanii jiru.

Lubni kun tajaajila Afaan Oromoon nama sodaa tokko malee hordoftoota Amantaa Ortodoksii Luugama diinaa jala taa’ee waggoota hedduuf Mana kiristiyaanaatti barsiisaa turanidha.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *