(SQ Adoolessa 27,2022)
Arsii Lixaa aanaa Nansabii keessatti waraanni abbaa irree koloneel Abiyyi Ahmad, abbaa fi ilma bakka tokkotti ajjeesuun qabeenya isaanii hundas mancaase.
Abbaa fi Ilma bakka tokkotti ajjeesuun qabeenya isaanii hundas mancaase.
