Amerikaa kutaa Miniapolisitti Hawaasni Oromoo sirna Dungoo qabsiisuun wareegamuu jaal Battee Urgeessaa yaadateera.
Sirni dungoo qabsiisuu yaadannoo wareegamuu Qondaala Siyaasaa ABO Jaal Battee Urgeessaa fi GGO Ebla 15 wagga waggaan yaadatamus yaadatamee darbeera.
Qabsoo gara fuulduraafis haal duree kaayyachuun hiriirawwan gurguddaa guutuu Addunyaa irratti gaggeessuun sirna faashistii Abiyyi Addunyaaf mulโisuu akka qabanis sirna dungoo qabsiisuu kana irratti dubbatameera.