Wallaggaa keessatti Daa’imman dabalatee ummatni haala hamaan buqqa’aa jira. Sagalee Qeerroo- Mudde 3/2022 Godina wallaggaa bahaa aanota...
Uncategorized
Naannoo Oromiyaa, Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Kiiramuutti haleellaa lama guyyoota muraasa giddu raawwatameen abbaa seeraa mana murtii...
Uummanni Aanaa Kiiramuu guutummaatti buqqa’aniiru” <Sagalee Qeerroo ~ Mudde 3/2022> Lola hidhattoonni Amaaraa ‘Faannoo’ jedhaman uummata Oromoo...
Wallagga Bahaa Aanaa Kiiramuutti haleellaa hidhattoonni “Faannoo” gaggeessaniin namoonni hedduun ajjeefaman, ummanni Oromoo aanichaa hundi buqqa’e Sagalee...
Humni hidhate daangaa Oromiyaa cehuun Ummata Oromoo wallaggaa irratti weerara banuun lubbuu hedduu galaafate. Sagalee Qeerroo -Mudde...
Waggaa har’a Abbootii Gadaa Karrayyuu bakka tokkotti jumlaan dhuman! 1.Kadiiroo Hawaas Boruu / Abbaa Bokkuu Gadaa Michiilee...
Yoo Qabsaahaa Haqaa taati wantoota armaan gadii hojiirra Oolch • Ummatni Oromoo makmaaksa fokkataa”Kan Haadha tiyya fuudhe...
Oromiyaa Bakkoota addaa addaatti waraanni Bilxiginnaa uummata jumlaan hidhuu jabeessee itti fufe. (SQ-Mudde 1,2022) https://t.me/hordofaa Saba Oromoofi...
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Gudurutti Waranni Bilxiginnaa Manguddoo 1 ajjeese. (SQ-Sadaasa 29,2022) https://t.me/hordofaa https://chat.whatsapp.com/LAzVHa4HqhsCccRHuz6sBB Sadaasa 27,2022...
Barsiisonni yuunivarsiitii yeroo hin murtoofneef hojii akka dhaaban beeksisan. (SQ-Sadaasa 29,2022) Akka xalayaan Ministeera Barnootaa fi Mana...