Category: Uncategorized
Waldaan Barreessitoota Oromiyaa Badhaasa Ogbarruu Gaaddisaa ilaalchisee miidiyaaleef ibsa kennaa jira
Waldaan Barreessitoota Oromiyaa Badhaasa Ogbarruu Gaaddisaa ilaalchisee miidiyaaleef ibsa kennaa jira (SQ-Adoolessa 27,2022) Waldaan Barreessitoota Oromiyaa Badhaasa Ogbarruu Gaaddisaa ilaalchisee,…
Oduu Gaddaa
Oduu Gaddaa (SQ Adoolessa 26,2022) Godina Horroo Guduruu waallaggaa aanaa Jimmaa Gannatii Magaalaa Haratoo keessaatti Warannii Shiftaa PP dargaggoota #2…
Sirni Mootummaa Bilxiginnaa Yakka Tokko Malee Hoggaanota ABO Mana Hidhaatti Ugguree Jiru Haal-duree Tokko Malee Gadhiisuu Qaba.
Sirni Mootummaa Bilxiginnaa Yakka Tokko Malee Hoggaanota ABO Mana Hidhaatti Ugguree Jiru Haal-duree Tokko Malee Gadhiisuu Qaba. Ibsa ABO –…
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa 2 ajjeesuun dhaga’ame.
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa namoota nagaa 2 ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Adoolessa 26,2022) Waraanni faashistii Bilxiginnaa maqaa Waraana Bilisummaa Oromoo isa dhumaaf…
Miseensonni komishinii Ogeessota mirgoota namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Daawwannaaf Xoophiyaa jiru.
Miseensonni komishinii Ogeessota mirgoota namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Daawwannaaf Xoophiyaa jiru. (SQ-Adooleesa 26,2022) Miseensotni Komishinii Ogeessota Mirgoota Namoomaa Dhaabbata Mootummoota…
Mootummaan Bilxiginnaa fi Activistoonni Amaaraa haleellaa Alshabaab dhihoo Itoophiyaatti fudhateen walqabsiisuun Waraanni Bilisummaa Oromoo fi Al-Shabaab akka waan quunnamtii qabaniitti fakkeessuun ololaa guddaa geeggeessaa jiru.
Mootummaan Bilxiginnaa fi Activistoonni Amaaraa haleellaa Alshabaab dhihoo Itoophiyaatti fudhateen walqabsiisuun Waraanni Bilisummaa Oromoo fi Al-Shabaab akka waan quunnamtii qabaniitti…
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa abbaa ijoollee lamaa ajjeese.
Shawaa Lixaatti Waraanni Bilxiginnaa abbaa ijoollee lamaa ajjeese. (SQ-Adooleessa 22,2022) waraanni faashistii Bilxiginnaa Adoolessa 20/2022 Abbaa ijoollee 2 kan ta’e…
𝐏𝐑𝐄𝐒𝐒 𝐑𝐄𝐋𝐄𝐀𝐒𝐄 𝐅𝐑𝐎𝐌 𝐂𝐀𝐔𝐂𝐔𝐒 𝐎𝐅 𝐎𝐏𝐏𝐎𝐒𝐈𝐓𝐈𝐎𝐍 𝐏𝐀𝐑𝐓𝐈𝐄𝐒 (𝐂𝐎𝐏)
𝐏𝐑𝐄𝐒𝐒 𝐑𝐄𝐋𝐄𝐀𝐒𝐄 𝐅𝐑𝐎𝐌 𝐂𝐀𝐔𝐂𝐔𝐒 𝐎𝐅 𝐎𝐏𝐏𝐎𝐒𝐈𝐓𝐈𝐎𝐍 𝐏𝐀𝐑𝐓𝐈𝐄𝐒 (𝐂𝐎𝐏) Caucus of Opposition Parties (COP), consisting of 11 largest opposition parties, held…
Wallagga Bahaatti Waraanni Bilxiginnaa uummata nagaa 6 ol ajjeesuun dhaga’ame.
Wallagga Bahaatti Waraanni Bilxiginnaa uummata nagaa 6 ol ajjeesuun dhaga’ame. (SQ-Adoolessa 21,2022) Waraanni paartii Bilxiginnaa Adoolessa 20/2022 Godina Wallagga Bahaa…