Boru galgala duula #Twitter kanatti hirmaachuun dirqama seenaati.
Duulli kun kan haalan qindaa’e fi iddoo baay’ee akka gahutti kan karoorfameedha!
Jaallan mana hidhaatti seer-malee ganna sadii oliif dararamaa jiraniif, kun waan xiqqaa nuti gochuu dandeenyu jedhamee waan yaadnee isaaniif sagalee haa taanu.