January 15, 2026

2 thoughts on “Waldhabdee fi mormiin paartilee siyaasaa itti fufee jiru gidduutti Komishiniin Marii Biyyaalessaa rakkoon yeroo isa mudata

  1. marin biyyaallessa inni jedhamuu kun biyyaa xophiyaa kanaf yeroo kanati nageentaa fidaa jenne abdii hin qabnuu. innummaa sodaa guddaa qabnaa marii biyyeellessaa kana kessaati qammooni partilee waliti qabaan qammootumma mootummaan dhimmaa itti bahaachuuf ijaaratee nuti fakkaata.
    annii akka nama oromoo tokkooti wanii na dhiphissuu dhitaamuu rebammuu hidhammuu karaa irraati ajeefamuun ummaata kana yoo akkaa furmaata argaatudhaa.
    umrii angoo dherreefachuu ykn dheebbuu angoo ibsaachuu mitti dubbiin akkaa sabnii kun boqqonnaa ittii argaatuu irraati mari’aachuutu furmaaata warraa fidaa.
    kun yaada dhunfaa kootitii.

Leave a Reply to sqeerroo Cancel reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *