Warraa Jaarsootti Waraanni Bilxiginnaa nama tokko ajjeesse.

Warraa Jaarsootti Waraanni Bilxiginnaa nama tokko ajjeesse.

(SQ-Onkoloolessa 9,2022)

Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warraa Jaarsoo ganda Walee Cilaallo keessatti Onkoloolessa 5,2022 Waraanni Bilxiginnaa Obbo Darajjee Fayyee kan jedhaman badii tokko malee ajjeessu maddeen SQtti himan.

Obbo Darajjee Fayyee fudhanii abbaa maatii yoo ta’an hojii qonnaan maatii isaanii jiraachiisa kan turan yoo ta’u gaafii tokko malee waraana Bilxiginnaattin ajjeefaman jedhu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *