Waraanni Bilxiginnaa Shawaa lixaatti Maanguddoo 1 ajjeesuun Midhaanii fi manneen uummataa hedduu abiddaan gubuun dhaga’ame. (SQ-Bitootessa 19,2022)...
Month: March 2022
Paartiin Bilxginnaa yeroo ammaa impaayera Itoophiyaa bulchaa jiru Gocha suukaneessaa dhala nama irraa hin eegamnee fi hidhaa...
The Prosperity Party Regime of Ethiopia Must Stop Inhuman and Cruel Massacres and Detentions of Family members...
(SQ-Bitootessa 18,2022) Dararaan daangaa hin qabne maatii Jaal Lammii Beenyaa irratti raawwatame hammaataa ta’uu maatiin beeksiseera. Bitootessa...
Matakkalitti Barattoonni Hiriira mormii ba’uun Liyyuu Haayiiliin Amaaraa akka irraa ba’uu gaafatan. (SQ-Bitootessa 17,2022) Mootummaan Bilxginnaa waraana...
Waraanni Bilxiginnaa Wallagga Bahaatti ogeessa Fayyaa Beelladaa tokko ajjeessan. (SQ-Bitootessa 17,2022) waraanni Bilxiginnaa Godina wallagga Baha Aanaa...
Matakkalitti barattoonni Oromoo 18 liyyuu hayilii Amaaraatiin ukkaamfaman. (SQ-Bitootessa 17, 2022) Godina Matakkal aanaa Dibaaxii, magaalaa Gaalessaa...
Boordiin Filannoo Itoophiyaa Mana Jireenyaa Hayyu-Dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa Waggaa Tokkoo Oliif Keessatti Hidhaman Daawwachuudhaan Akka...
Qondaalonni ABO Jaal Kennasaa Ayyaanaa fi Jaal Gadaa Gabbisaa Dhibee Fakkaataa Jaal Battee Urgeessaa Ittiin Dhukkubsataa Jiruun...
Addi Bilisummaa Oromoo Gocha Mootummaan Ta’e jedhee Hidhamtoonni Siyaasa Oromoo Dhukkuboota Daddarboodhaan Akka Hubamaniif Raawwachaa jiru Balaaleffachaa,...