Bosonni Tulluu Cuqqaala gubachaa jiraachuun dhagaa’ame. (SQ-Bitootessa 16,2022) Bosonni godina Shawaa bahaa aanaa Liiban Cuqqalaa keessatti argamu...
Month: March 2022
Barattoota Oromoo Yuunversiitti Finfinneetti Poolisii Federaalaan miidhamaan!
Waraanni Bilxginnaa Weellisaa Abdii Luuluu mana hidha baasun ajjeesse . (SQ-Bitootessa 15,2022) Wallisaa Abdii Luuluu kan sirba...
Muddamni Yuunivarsiitii Finfinnee Kiiloo 6 keessatti Mudate Jabaatee itti fufe. (SQ-Bitootessa 14,2022) Tibba darbe barattoonni Amaaraa mooraa...
(SQ Bitootessa 14, 2022) MaatiiQabsaa’oota dararuun akkuma itti fufetti jira. Aadde #Dhibbashii_Abdiisaa balleessaa tokko malee, Lixa shaggar...
Qondaalotnii fi miseensotni ABO akkasumas sab-boontotni Oromoo har’a mana murtiitti dhihaatan ammas beellamaan mana hidhaatti deebisaman (SQ...
(SQ-Bitootessa 14,2022) Yuunversiitti Finfinnee Keessatti barattoonni Oromoo humna Poolisii Federaalaa fi Barattoota Amaaraan akkasin miidhaman!
Waraanni Bilxiginnaa Wallagga Bahaafi Qellem Wallaggaatti Namoota 3 yoo ajjeesu, 2 ammoo madeesse. (SQ-Bitootessa 14,2022) Waraanni Bilxiginnaa...
Qaro-dhabeeyyiin Yuniversitiirraa eebbifamanii hojii dhaban hiriira ba’uun mirga isaanii gaafatan. (SQ-Bitootessa 12/2022) Qaro-dhabeeyyiin Oromiyaa Dhaabbilee Barnoota Olaanoo...
(SQ-Bitootessa 12,2022) Daangaa Oromiyaa cabsee seenuun Gocha gara jabeenyaan guute, yeroo adda addaatti uummata Oromoo irratti...